Posted by OromianEconomist in African Beat , African Music , Oromo Art , Oromo Artists , Oromo film andDrama , Oromo films .
Tags: Africa , Africa Beat , Amensisa Ifa wins ‘Best Director’ at the first Tom Film Awards , Oromia , Oromo film and Drama , Oromo films , Oromo music , Oromo music and Oromo identity
Amensisa Ifa wins ‘Best Director’ at the first Tom Film Awards
Gibe.Tube, 6 March 2016
Amensisa Ifa producer of “Maalan Jiraa?” and many other movies & TV Series, wins Best Director at the first Tom Film Awards! Amensisa Ifa have been working with TVO & ETV(EBC) as an Editor. Currently He is working with BBC Media Action and editing a TV series drama DHEEBUU , which is about of 80 episodes, broadcast on TVO.
I’m excited to win Best Director at the first Tom Film Awards! Thank you everyone for your continued support! Amensisa Ifa
Anaaf Amansiisaan Qeerransa!
BY GEMEDA OLANA , Gibe.Tube · MARCH 7, 2016
Aadaafi Aartiin Oromoo yeroo ammaa maalirra jira, garamittis arreedaa jira? Guddina amma irra ga’eef artistoota keenya gameeyyii kan akka Alii Birraa fi Admaasuu (Abbaa Lataa) fa’aa yoo kaasne, dhaloota keenya har’ammoo eenyuunfaa haa jennu?. Isinumti ofiif itti guuttadhaa…! Guddina Aartii keenyaa dudduubas daarekteerotaafi gulaaltota(editors) fiilmii immoo milkaa’ina aartii keenya kanaaf gumaacha olaanaa taasisaa jiranis qabna.
Keessumaa yeroo guddinni aartii Oromoo boqonnaa harawaa eegale kanatti dargaggoota Oromoo dhaloota qubee ogummaa ykn kennaa adda addaa qabanitti cichanii qeerransa ta’an hedduu Waaqni nuuf kenneera.
Kennaafi ogummaa Waaqni kenneefitti cichee aartii sabasaa guddisuuf onnatee, homaa utuu hin ko’oommatiin bu’aa ba’ii ba’ee, sirba Haacaaluu “Maalan jiraan” tokko jedhe.
Sirbi kun ga’umsa ogummaasaan ummanni Oromoo baddaa hanga gammoojjiitti beekamtii itti kenneef isa duraa haa ta’u malee, fiilmiiwwan dokumenterii hedduufi diraamawwan TV kannen akka DHEEBUU editarummaan ykn gulaaluudhaan hirmaachaa jira. Ogummaan daarekterummaa (qajeelchuu) yaaddawwan barreessitonniifi weellistootni qopheessanii lubbuu itti godhanitti foon horuun/ijaaruun argaa dhageettii daawwattootaa qalbii fuudhudha. Ogummaan kun artistoota Oromoo hedduu qabnu keessatti baay’inaan kan hin mul’anneedha. Gama kanaan Amansiisaa Ifaa dargaggoo onnataa jabana kanaa Waaqni Oromoof kaase.
Dhabbanni leenjii Vidiyoogiraafiifi Footoogiraafii Toomii sanbata darbe badhasa ‘Tom Film Awards’ jedhamu yeroo jalqabatiif sadarkaa biyyaatti qopheessee ture. Sirna kanarratti fiilmiwwaan 12 ol ta’an akka biyyaatti filatamanii gosoota dorgommii 7 morkatameera.Badhaasa kanas bu’aa dhaloota qubee kan ta’e dargaggeessi qaroo Oromoo Amansiisaa Ifaa mo’achuu danda’eera. Dorgommii kanarratti Amansiisaan Daayirekteera Cimaa bara 2015 ta’uudhaan filatameera. Kana keessaa eegaa daayirekteera cimaa bara 2015 jedhuun ilmi Oromiyaan miixuu cimaan deesse, gadadoo fi rakkina cimaan dadhabdee asiin geesifatte Amansiisaan 1ffaa ta’uudhaan badhaasa qophaa’eef olaantummaan fudhachuu kan danda’e.
Filmiin Amansiisaan garee isaa waliin fudhatee dorgommiif dhiyaate waa’ee faalama qillensaa irratti kan xiyyeefate yoo ta’u, turtii daqiiqaa 5 fi sekoondii 45 qaba ture. Akkuma beekamu hojiin filmii gareedhaan kan hojjetamu yoo ta’ullee, daayrekteerummaan ija fiilmii tokkootti murteen isaa fiilmii sana bareechuus balleessuus danda’a. Amansiisaan immoo dhimma akkanaa irratti iji isaa qarameera. Kanarra ka’uudhanis badhasaaf ga’e.
Sirni badhaasaa kun Bitootessa 5, 2016 magaalaa Finfinnee galma tiyaatira Biyyoolessaatti kan raawwatame yoo ta’u, keessummoonni ogummaa filmii adda addaa qaban biyyitti keessaa jiran filmiwwan dhiyaatan irratti guyyoota dheeraaf gamaagama erga geggeesanii boodee guyyaa dhumaas ammoo vidiyoo gabaabaa filmiwwanii erga dawwatanii kana irrattis yaadni kennamee booda ture Amansiisaan ummata sana hundumaa amansiisee mo’achuu kan danda’ee uummata Oromoof ammoo ilma ittin boonan ta’e.
Amansiisaan mallattoo qulqullina aartii Oromooti, sababiinsaa hojiiwwan hanga ammaatti hojjetee ummataan ga’e keessatti xiyyeeffannoo guddaa kennudhaan qulqulliinaa fi injifannoodhaan xumureera. Amansiisaan sirba Hacaaluu “Maalan Jiraa ?” jedhu irratti yaadaa fi qalbiii uummataa Oromoo seenee; itti aansuun sirba weellisaa angafaa fi beekamaa Zarihun Wadaajoo “Hin Oolu ” jedhu irratti ammoo dhama aartii isaa lammaffaa nu dhandhamachiise. Itti aansuudhaan hojii weellisaa Kamaal Ibraahim fi Shukurii Jamaal “Dubbii Lafaa …” jedhuun ammoo ogummaa isaa deebisee mirkaneesse.
Kana malees dookumantarii gababaa waa’ee Irreechaa irratti xiyyeefate ‘Irreechaa:
Color & Treasure of Oromo ’ jedhuun tokkummaa uummata Oromoo fi miidhagina Oromoo agarsiisuu danda’eera. Amansiisaan hojiiwwan isaa kanneen fakkeenyummaa guddaafi artiistoota, daayirekteeroota fi weellistoota birootiif barnoota kan kennedha.
Katabbii koo kanaan hojiiwwan Amansiisaan aartii Oromoo keessatti gumacheefi gumaachaa jiru isiniif himuuf utuu hin taane, injifannoon kun kan uummata Oromoo ta’uusaa isin hubachiisuufi. Oromoo marti dargaggoo kanaan boonuu qaba. Dargaggoonni dhaloonni qubee ammoo qeerransa keenya kanaa faana dha’uun kallattii irratti bobba’ee hojjechaa jirurratti cichee qeerransa ta’uu qaba.
Hojiiwwan isaa armaan gadii Youtube Chanaalii isaa irraa dawwadhaa dawwadhaa!
Linkiin Kunooti
Malaan Jiraa
Hin Oolu
Dubbii Lafaa
Irreecha: Color & Treasure of Oromo
Anaaf Amansiisaan Qeerransa!
Horaa Bulaa Deebanaa
Gadaan Gadaa Bilisummaatti
Gammadaa Olaanaa
VIDEO
Posted by OromianEconomist in African Beat , African Music , Oromo Music , Seena Solomon , Uncategorized .
Tags: Ancient African Music , Kemetic music , Music , Oromo music , Oromo music and Oromo identity , Seena Solomon , Traditional music of Oromia
Egaa sichi nyaannaa yoom nyaanne foon maddii
Galma ga’uf jiraa kan yaanne iddoo qabdii
VIDEO
VIDEO
Posted by OromianEconomist in 10 best Youtube videos , 25 killer Websites that make you cleverer , African Music , Oromian Voices , Oromiyaa , Oromo and the call for justice and freedom , Oromo Artists , Oromo Culture , Oromo First , Oromo Identity , Oromo Media Network , Oromo Music , Oromo Nation , Oromummaa .
Tags: Africa , African culture , African Media , African Studies , Against Tyranny , Current African news , Current Horn of Africa news , Current Oromia News , Human Rights and Liberties , OMN , Oromia , Oromia Current Affairs , Oromia latest News , Oromia Media Network , Oromia's Press , Oromian Voices , Oromiyaa , Oromo , Oromo culture , Oromo News , Oromo people , Oromo: Independent Media , Oromummaa
https://www.oromiamedia.org/
VIDEO
VIDEO
http://www.siitube.com/watch.php?vid=d1d2ae60b
https://www.oromiamedia.org/2015/09/omn-london-oduu-fulbaana-12-2015-2/
https://www.oromiamedia.org/2015/08/godina-harargee-lixaatti-namoonni-kuma-sagaltama-ol-taan-beelaaf-saaxilaman/
VIDEO
VIDEO
http://qeerroo.org/2015/08/12/sbo-hagayya-122015-oduu-gaaffii-fi-deebii-jaal-odaa-xasee-miseensa-gumii-sabaa-abo-waliin-geggeeffame-ibsa-ejjennoo-hirmaattota-kora-gamtaa-miseensota-abo-godina-auroppaa-fi-sbo-sagantaa-afaan-ama/
VIDEO
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/07/omn-tamsaasa-toora-gama-saatalaayitiitti-deebie/
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/07/omn-oduu-adooleessa-13-2015/
VIDEO
VIDEO
VIDEO
VIDEO
VIDEO
VIDEO
VIDEO
VIDEO
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/07/omn-oduu-waxabajjii-30-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-oduu-waxabajjii-26-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-qophii-xiinxalaa-waxabajjii-26-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/06/oduu-waxabajjii-252015/
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-qophii-xiyyeefannaa-waxabajjii-25-2015/
VIDEO
VIDEO
VIDEO
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-oduu-waxabajjii-22-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-london-oduu-waxabajjii-20-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-oduu-waxabajjii-24-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-amharic-news-june-20-2015/
VIDEO
VIDEO
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-oduu-waxabajjii-19-2015/
http://qeerroo.org/2015/06/13/sbo-waxabajjii-142015-oduu-fi-waggaa-27ffaa-hundeeffama-guyyaa-sbo-waxabajjii-15-ilaalchisuun-qophiileelee-gara-garaa/
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-qophii-xiinxalaa-waxabajjii-12-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-oduu-waxabajjii-12-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-oduu-waxabajjii-11-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-tumsaa-fi-kabaja-waggaa-1ffaa-omn-kan-biyya-new-zealand-waxabajjii-11-2015/
VIDEO
VIDEO
VIDEO
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-oduu-waxabajjii-10-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-aoa-show-waxabajjii-10-2015-2/
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-qophii-aadaa-fi-dudha-oromoo-waxabajjii-10-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-oduu-waxabajjii-9-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-oduu-waxabajjii-8-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-london-oduu-waxabajjii-7-2015-3/
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-london-oduu-waxabajjii-6-2015-2/
VIDEO
VIDEO
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-oduu-waxabajjii-5-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-oduu-waxabajjii-4-2015/
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-oduu-waxabajji-3-2015/
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/06/omn-london-oduu-caamsaa-31-2015/
VIDEO
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/06/gaaffi-fi-deebii-ob-guddataa-urgesaa-kutaa-1ffaa-waxabajjii-1-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-oduu-amma-nu-gahe-2/
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-oduu-caamsaa-29-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-amharic-news-may-302015/
VIDEO
VIDEO
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/05/marii-filannoo-caamsaa-242015/
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-oduu-london-camsaa-23-2015/
VIDEO
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-amharic-news-may-232015/
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-qophii-xiinxalaa-caamsaa-22-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-duula-filannoo-kfoofc-caamsaa-20-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-oduu-caamsaa-20-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-duula-filannoo-kfoofc-caamsaa-19-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-oduu-caamsaa-19-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-oduu-amma-nu-gahe-breaking-news-caamsaa-19-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-oduu-caamsaa-18-2015/
http://qeerroo.org/2015/05/19/sbo-caamsaa-202015-oduu-filannoo-wayyaanee-irratti-ibsa-abo-beeksisoota-sbo-fi-gaaffii-fi-deebii-inispecter-abdallaa-qaasim-kutaa-lammataa-fi-sbo-sagantaa-afaan-amaaraa/
https://youtu.be/glpQbNNTpQo
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-oduu-london-caamsaa-16-2015/
VIDEO
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=uZB8UO_WQ7A
VIDEO
https://youtu.be/5yJcZ7_iaew
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-amharic-news-may-16-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-oduu-caamsaa-11-2015/
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-london-oduu-caamsaa-10-2015/
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-london-oduu-caamsaa-9-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/05/amharic-news-may-9-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-oduu-caamsaa-5-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/05/omn-oduu-caamsaa-6-2015/
VIDEO
blob:https%3A//www.youtube.com/ce9001d0-4ad4-4166-a2fc-4b9d23ffbd56
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-london-oduu-ebla-25-2015/
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-oduu-ebla-22-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-qophii-addaa-ebla-25-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-qophii-keessummaa-gaafiif-deebii-dawitee-mokonnon-ebla-21-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omnoduu-ebla-24-2015/
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-gaafiif-deebii-luba-bantii-ujuluu-waliin-taasifame-k-1ffaa-ebla-23-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/04/dhumaatii-liibiyaa-ilaalchisee-yaada-ummataa-ebla-22-2015-biyya-london/
VIDEO
VIDEO
VIDEO
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-oduu-ebla-20-2015/
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-faana-baqataa-ebla-16-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-oduu-ebla-16-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-qophii-addaa-ebla-16-2015/
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-qophii-addaa-k-1ffaa-ebla-14-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-beeksisa-qophii-tumsa-omn-sundsvall-sweden/
https://www.oromiamedia.org/2015/04/beeksisa-tumsa-omn-london-uk/
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-oduu-ebla-13-2015/
VIDEO
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-qophii-addaa-ebla-12-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-london-oduu-ebla-11-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-amharic-news-april-11-2015/
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-haala-yeroo-ammaa-oromiyaa-irratti-marii-taasifame-ebla-10-2015/
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-oduu-ebla-9-2015/
VIDEO
VIDEO
VIDEO
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-oduu-ebla-8-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-qophii-kessummaa-artist-gaaddisaa-abdullaahii-k-3ffaa-ebla-8-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-tumsa-omn-biyya-jarman-magaalaa-munik-k-2ffaa-kan-dhumaa-ebla-5-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-london-oduu-ebla-4-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-amharic-news-april-4-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-amharic-osa-conference-april-4-2015/
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-oduu-ebla-3-2015/
VIDEO
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-oduu-ebla-1-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-qophii-kessummaa-oboo-gaaddisaa-abdullaahi-kutaa-2ffaa-ebla-1-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/04/omn-oduu-bitootessa-31-2015/
VIDEO
VIDEO
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/03/omn-oduu-amma-nu-gahebreaking-news-bitootessa-30-2015/
http://https://vimeo.com/123633032
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/03/omn-london-oduu-bitootessa-28-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/03/omn-amharic-news-march-28-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/03/omn-obbo-leencoo-lataa-imala-jilli-odf-gara-biyyaatti-taasise-irratti-omn-waliin-gaafii-fi-deebii-godhanii-jiru/
http://qeerroo.org/2015/03/28/sbo-bitootessa-29-bara-2015-oduu-ijoo-dubbii-abo-gaaffii-fi-deebii-miseensa-khr-abo-jaal-jabeessaa-gabbisaa-waliin-geggeeffame-sochii-fdg-giddu-gala-oromiyaa-gara-lixaa-keessatti-deemaa-jiru-ila/
VIDEO
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/03/omn-oduu-bitootessa-24-2015/
https://www.oromiamedia.org/2015/03/beeksisa-tumsa-omn-munich-germany/
https://www.oromiamedia.org/2015/03/beeksisa-tumsa-omn-munich-germany/
https://www.oromiamedia.org/2015/03/omn-gaafiif-deebii-artist-hayluu-kitaabaa-bitootessa-25-2015/
VIDEO
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/03/omn-qophii-dalagaa-bitootessa-24-2015/
VIDEO
VIDEO
https://www.oromiamedia.org/2015/03/omn-oduu-bitootessa-23-2015/ VIDEO https://www.oromiamedia.org/2015/03/omn-london-oduu-bitootessa-21-2015/ https://www.oromiamedia.org/2015/03/omn-amharic-news-march-21-2015/ VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO https://www.oromiamedia.org/2015/03/omn-oduu-bitootessa-20-2015/ VIDEO VIDEO VIDEO https://www.oromiamedia.org/2015/03/omn-oduu-amma-nu-gahebreaking-news-3-19-2015/ https://www.oromiamedia.org/2015/03/omn-oduu-amma-nu-gahebreaking-news-3-19-2015/ VIDEO http://https://www.oromiamedia.org/2015/03/omn-oduu-bitootessa-17-2015/ VIDEO VIDEO http://https://www.oromiamedia.org/2015/03/omn-london-oduu-bitootessa-14-2015/ VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO https://oromianeconomist.wordpress.com/2015/03/10/oromia-media-network-omn-1st-year-anniversary-celebration/ VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO Journalist Abdi Fite Raises Questions for Abbaa-Duulaa: VIDEO OMN Journalists Discuss Abbaa-Duulaa’s Tigrean-Sanctioned Trip to Little Oromia: VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO VIDEO See more @ https://oromianeconomist.wordpress.com/2015/01/10/oromian-voices-current-affairs-news-views-analysis-and-entertainment-from-oromia-media-network-madda-walaabuu-and-other-various-sources/ http://www.gadaa.com/oduu/ http://www.voaafaanoromoo.com/ http://www.bakkalchatv.com/ http://qeerroo.org/2014/03/29/sbo-bitootessa-30-bara-2014-oduu-fi-qophiilee-keenya-kan-dhageenyee-fi-dubbifne-irraa-dabalatee-waan-gara-garaa-qabnaa-nu-caqasaa/ http://www.opride.com/oromsis/ http://ayyaantuu.com/ Do you know this facts about Oromo and Oromia? http://www.oromoliberationfront.info/press/Oromo-flyer-ver.4.0.pdf http://www.amnesty.org/en/library/info/AFR25/006/2014/en
Posted by OromianEconomist in African Beat , African Music , Oromo Artists , Oromo Music .
Tags: Galaana Gaaromsaa , Haccaaluu Hundessaa , Music , Music of Oromia , Musicians and the Performance of Oromo Nationalism , Oromo Recording Artist Galaana Gaaromsaa Releases New Music Album "Ilmaan Hayyootaa" , Seena Solomon
Oromo Recording Artist Galaana Gaaromsaa Releases New Music Album “Ilmaan Hayyootaa” | Also Available in Digital Music Stores
Hagayya/August 12, 2015 · Finfinne Tribune | Gadaa.com
Galaana Gaaromsaa’s new album “Ilmaan Hayyootaa” is available in digital stores; check out iTunes for “Galaana Gaaromsaa” for now …
Qeerroo: Konsertii fi Eebbi Albami Haaraa Arsits Galaana Gaaromsaa “ILMAAN HAYYOOTAA” Jedhu Bakka Uummanni Oromoo 3000 Ta’u Sirna Howwaan Finfinnee Keessatti Eebbifame
Eebba aalbama Artist Galaana Gaaromsaa magaalaa Finfinee naannoo Caffee Araaraatti Hagayya 9, 2015 ta’een manguddoonnii fi dargaggoonni Oromoo sabboontoti 3000 itti tilmaaman irratti argamuun haala aja’ibsiisaa ta’een eebbifamee jira.
Eebba kana irratti sabboontoti Oromoo fi aartisotooti Oromoo hedduun argamuun guddina afaanii fi aadaan Oromoo kanaan kan nu gahe qabsaawota lafeefii dhiiga akkasumas lubbuu itti wareeganii asiin nu gahe hedduu galateeffatna jechuun dhaamsota jajjaboo guddaa dabarsanii jiru.
Keessummoota argaman gaazexxessaa Ibraahim Haajii aragamanii haasaa ijaaraa fi onnachiisaa taasanii jiru.
Yeroo konsertii fi eebbaa Albama kana irratti sabboonti Oromoo argamanii aadaa fi eenyummaa saba Oromoof gumaacha taasisanitti ergamtooti sirna abbaa irree Wayyaanee ammo dhimmi diaspora jechuun akkaataa itti uummata Oromoo qorqalbii cabsan irratti mariyachaa turan. || Qeerroo.org
——
Interview on OBS:
VIDEO
VIDEO
VIDEO
VIDEO
VIDEO
Posted by OromianEconomist in African Beat , African Music , Oromo Music .
Tags: African music , BERISA DEBERE , Jaamboo Jootee: "Gidiraa":New Oromo Single Music , Music of Oromia , Musicians and the Performance of Oromo Nationalism , OROMIA: BERISA DEBERE:GEERERSA OROMOO BULCHIISIN GADAA DHAA (NEW AFAN OROMO OFFICIAL MUSIC VIDEO 2015) , Oromia’s lyrical stanza: Haacaaluu Hundessaa’s music video:“Maalan Jira …? , Seena Solomon
https://www.youtube.com/watch?v=VdPgFNy4xpY&feature=share
Geerar geerar nan jedhuu
An maalan geeraraa
Ano Jaadan leelalaa
Namni yaadan leelalu
Akkamiin ha geeraruu
Adiin addaatee gule,
Jibbata mixataa
Roorroon nama irra ture,
Lubbuu lammiitti hiixataa
Roorroo koo ya farrisaa
Turi ammaa si fannisaa
Leenca keenya dhaadatuu
Warra qawwee baadhatuu
Warra diina qolatuu
Waaqoo Guutuu waamuuree
Taaddasaa Birruu waamuu
Abbishee Garbaa waamuu
Abbaa Jifar waamuu
Elemoo qilxuu waamuu
Jedhaniitu odeessu kaa
Du’anii baduu saanii,
Garaa na bobeessu kaa
Iyyoolee ya roobaa
Yonnaa roobni roobuu,
Dhagaa jalli addaatee
Yonnaa goonni cooquu,
Garaan na hammaatee……
Akuukkutti hin hidhatanii,
Gorsheen laggatti galtii
Afuuftutti hin himatanii,
Sobdee namatti maltii
Daandittii qalloo tokkoo,
Laga irraa gadi deebitee
Jarattii farroo tokkoo,
Meeqa nutti deebitee
Utuu akka garaa kootii,
Oromoon tokko ta’ee,
Sirna Gadaa deeffatee
Qabeenya isaatiin ajajee,
Bilisummaa gonfatee,
Ufii isaatiin uf bushee
Isho Obboo koo………….
Kan itti aanu immoo dhaggeeffadhaa….
Posted by OromianEconomist in African Beat , African Music , Jaamboo Jootee , Muscians and the Performance Of Oromo Nationalism , Music , Oromia , Oromo Artists , Oromo Music .
Tags: Artist Hacaaluu Hundessaa , Jaamboo Jootee , Jaamboo Jootee: "Gidiraa":New Oromo Single Music , Seena Solomon
VIDEO
Haamtuu malee qottoon xaafii hin muruu
Dhaqii laalii akka kutataan itti jiruu
Dhaqnee laallaa akka kutataan itti jiruu
Related:
VIDEO
VIDEO
VIDEO
VIDEO
VIDEO
VIDEO
VIDEO
Posted by OromianEconomist in African Beat , African Music , Inspirational Oromo Women , Musicians and the Performance of Oromo Nationalism , Oromo Music , Seena Solomon , Viva Oromia .
Tags: Africa , Africa Beat , AKKAMIIN DIINA GOMBISUU , Musicians and the Performance of Oromo Nationalism , Oromia , Oromia’s lyrical stanza: Haacaaluu Hundessaa’s music video:“Maalan Jira …? , Oromo , Oromo culture , Oromo music and Oromo identity , Seena Solomon
Posted by OromianEconomist in African Music , Culture , Muscians and the Performance Of Oromo Nationalism , Musicians and the Performance of Oromo Nationalism , Oromia , Oromian Voices , Oromiyaa , Oromo , Oromo Artists , Oromo Culture , Oromo Music , Oromummaa .
Tags: Oromiyaa , Oromo , Oromo Artists , Oromo culture , Oromo music , Oromo music and Oromo identity , Oromo people , Oromummaa
Artistoonni Oromoo Aadaa naannoolee Oromiyaa kaabaa hanga kibbaa tti, bahaa hanga lixaa tti, wal-simachiisanii dagaagsan, walaleessanii weellisan, geerrarsaan kan rafe dadammaqsanii sabboonummaa dagaagsan, faarsanii maqaa goototaa ol-kaasan, Qabsoo Oromoo daangaa hanga daangaa tti sosochoosanii harka duwwaa rasaasa dura dhaabbatan. Oromummaaf jecha mana hidhaa tti dararaman, kaan lubbuun wareegaman, kaanis lubbuu oolfachuuf biyyaa baqatan. Waggoottan 23 darbaniif dararaan Artistoota Oromoo’rra gahaa jiru hagana jedhamee waan akka laayyoo tti ibsamu miti. Artsitoota Oromoo Eebbisaa Addunyaa, Usmaayyoo Muusaa, Yooseef Gammachuu, Maaramee Harqaasaa fi kabiroo miidhaa diinaa tiin hardha lubbuun uf cinaa isaan dhabnu’llee dalagaan isaanii Utubaa seenaa ta’ee ilmaan Oromoo waliin jiraata. Dararamnii fi miidhaan heddummatu’llee Artistoonni Oromoo kaleessas, hardhas gocha diinaa tiif hin jilbeeffanne, borus hin jilbeefatan!
Kallattii sochii fi qooda Artistoonni Oromoo saba isaan tiif gochaa jiran’rraa maqsuuf jecha torban darbe leenjiin haangawwan OPDO tiin Artistoota Oromoo tiif kennamuuf yaalame “abjuu dhaabachisoo” akka ta’e Artsitoonni leenjii dhuma sa’a’rra tti dubbatanii jiru. Artistoonni leenjii sana’rra tti hirmaatan “Isin garuu onnee Oromummaa ni qabduu?” jechuu dhaan OPDOn dantaa mootummaa Wayyaanee jajjabbessuun ala danta saba Oromoo tiif kan hin dhaabbanne, miidhaa fi dararama saba Oromoo’rraa gahaa jiru hambisuu ykn mormuuf’llee waa takka akka tattaafachaa hin jirre Artistootaan ibsanii jiru.
VIDEO
Egaa “bara Xaalyinaani weerartoota biyya alaga’rraa dhufan, Faranjoota jala hiriiranii kan biyya gabroomsisa turan ‘Baandaa’jedhamu turan, Baandaa jechuun nama lammii irraa dhalate lammii gane jechuu dha. Haata’u malee sirna koloneefataa Xaaliyaanii sana biyya Itoopiyaa’rraa ykn Oromiyaa’rraa kaasuuf sochi taasifame keessatti warri Baandaa ta’anii turan sun walii galanii gooftota isaani tti garagalan, Uummata isaanii cina dhaabbachuu dhaan koloneefatoota seeraan ala Uummata koranii ta’ani tti fincilan, duula itti banan, gabrummaa koloneefatoota alagaa jalaa biyyi akka bilisa ba’uuf qooda guddaa gumaachanii” jedhama. Egaa OPDO n“Birillee ke neqa ayhonem eqa” mamaksa jedhamu sana dhagayii, Bilillee dhuma dhugaa sana “Ye mayneqa eqa!” ta’anii afu moo “tokko dhuufuun dhiirummaa dha, lama dhuufuun gadhummaa” jedhanii Seenaa jijjiru laata?
Bu’aa ba’ii Artistoota Oromoo
Dararamni sirna bulchiinsa mootummaa Wayyaanee akkuma jirutti ta’ee, Artistoonni Oromoo bu’aa ba’ii akkamii keessa darbanii hojii muuziqaa hojjataa akka jiran Uummanni Oromoo sirrii tti hubatee jiraa laata? Bu’aa ba’ii jiru mee obsaan armaan gadii dubbisaa.
Kaasseetta (CD) tokko gurra ummata tiin ga’uu dhaaf, akkuma yeroo mana cidhaa ykn guyyaa ayyaana waggaa namuu ol-ka’ee weellisu sana salphaa miti. Bu’aa bayii hagana hin jedhamne keessa darbameetu kaasseettiin (CD)n sirbaa tokko maxxanfama. Artsitiin Oromoo tokko “Albumii muuziqaaa” tokko maxxansuuf walaloo fi yaadaloo qopheesseetuma sirbuun qofaa gahaa miti, irra deddebiyee baatii dheeraaf (waggoottaniif) sagalee qarachuu, shaakkala gahaa taé gochuu feesisa. Kana malees Artistoota meeshaa muuziqaa xabatan, “digital audio mixing” qindeessan, kan weelluu jalaa qaban, “studio” muziqaan itti qindeeffamu, kana hundaa walitti haanjessuu feesisa. Waan kana hundumaa guuttachuuf maallaqa barbaachisa. Yeroo amma kana tti sagalee qofaan weelluu caqasuun gahaa ta’uu dhiisuu mala. “Video clip” qopheessoofis bu’aa bayii kabiraa guddaa qaba. Namoota “Video”waraabanii gulaalan, nama “script” barreessee “director” ta’ee hojjachiisu, namoota shubbisan fi uffannaa adda addaa qopheessuutu artisticha’rraa eeggama. Kun hundumtuu horii feesisa, qarshii guddaa barbaachisa. Kana qofaa mitii yeroo “studio” keessatti muziqaan hojjatamu, Buna fi shayii, nyaata fi dhugaatii wanta heddutu bitama, kunis maallaqumaani. Yeroo dheeraaf (waggoottaniif) hojiilee qindaa’uu qaban kana qindeessuuf geejibaan asii achi deddebiyan, bibila bibilbiluun tola miti, kunis maallaquma barbaachisa.
Dalagaaleen armaan olitti caqafaman martinuu “original master recording” kaasseetta/CD/DVD tokko qofaatti cuunfamee ba’a. Erga muziqaan bifa kanaan qindaa’ee hojjatamee, cuunfamee ba’een booda heddummeessanii gurra Uummataa tiin ga’uuf tattaffiin itti fufa. “Poster, Cover, Sticker fi blank CD” heddumina qabu bituu fi maxxansuuf dirqamu. Akkasumas kaassetta/CD/DVD heddummeessuu (duplicate) gochuu qabu. Egaa waan kana hundaa qopheessuuf qarshii guddaa barbaachisa.
Haala hunda keessa darbanii hojiidhuma xumuurame kana raabsuu dhaan gurra Uummataa tiin ga’uuf mana muuziqaa kaassetta/CD isaaniif raabsu argachuun heddu dadhabsiisaa dha. Manni muziqaa Oromoo Finfinne keessaa jiran (kanneen kaasseetta muuziqaa raabsuu dandayan) lakkoofsaan heddu xiqqaa dha. Heddumminaan kan jiran kan sab-lammoota kabiraati.Kanaafuu artistoonni Oromoo qarshii liqeeffatanii, fira itti kadhatanii gidiraa heddu arganii kaassetta/CD qopheessanillee, mana muuziqaa isaan harkaa fuudhee Ummataaf raabsuu argachuuf bu’aa bayii guddaa heddu seenu, mana muuziqaa ‘tole’jedhee isaaniif raabsu hin aragamu, kun rakkoo isa kabiraa dha.Tarii akka carraa manni muuziqaa kaassetta/CD qophaa’e harkaa fuudhee raabsu yoo argame’llee manneen muziqaa warra alagaa wanna ta’aniif itti dhimmanii sirnaan hin raabsaniif, beeksisa barbaachisaa ta’e sirnaan hin raawwataniif. Gurguramee dhiisee, Aartiin Oromoo dagaagee dhiisee dantaa warra mana muuziqaa alagaa miti. Yoo tolee gurgurame waan raabsani’rraa bu’uu argachuu, yoo hin gurguramnes kisaaraan isaan mudatu wanta hin jirreef hojii Artistoota Oromoo tiif warri abbaa qabeenyaa mana muuziqaa alagaa waanti isaan dhiphisu gonkumaa hin jiru.
Artsitoonni Oromoo ijoollee iyyeessa tti, ijoollee Qonnaan bulaati, qarshii hojii kanaaf oolu argachuuf heddu dhiphatu, hojii umnaa hojjatanii, hiriyaa’rraa liqeefatanii, fira’rraa kadhatanii qarshii argataniin aarsaa guddaa kafalaa jiru. Bifa kanaan bu’aa bayii heddu keessa darbanii Artii, Aadaa, Seenaa, Afaan, Siyaasaa fi Sabboonummaa Oromoo kan dagaagsaa jiran.
“Egaa Kaasseettiin/CD/DVD”n bifa kanaan bu’aa bayii hedduun qophaa’ee booda hoo Ummanni keenya orijinaala qofaa bitatee obboleeyyan keenya jajjabeessaa jiraa?” gaaffiin jedhu yoo ka’e, “hagas maraa miti”n deebii ta’a, sadarkaa barbaadamu tti bifa gahaa ta’een Uummanni keenya originaala bitataa hin jiru, hagi tokko waraabbii bitata. Waraabbii bitachuun cuunfaa dafaqa Artistoota keenyaa itti fayyadamuu yoo taé malee baasii fi rakkina Artistoonni keenya keessa jiraniif wanna tokkoo’llee hin fayyadu. Yoo xiqqaatee xiqqaate waggaa tti “Albumiin muuziqaa” Oromoo dhibbi tokko tti lakkawwaman ni maxxanfamu. Garuu achi keessaa rabbi gargaaree waan hunda sirnaan injifatee baldhinaan, sirnaan gurra Uummataa kan qaqqabu sirboota Artiistoota 3 hin caalu. Kana jechuun “Albumiin muuziqaa Oromoo bu’aa bayii hedduun hojjatamu’llee waggaa tti harka 100 keessaa haki 97 otoo sirnaan gurra Uummata baldhaa hin qaqqabiin hukamfamee afaa jechuu dha. Egaa haala kanaan kan ka’e sabboontonni Artistoota Oromoo kasaaraa maallaqaa fi hamilee cabiinsi kan isaan mudate hedduu dha. Jiruu fi jireenya ulfaataa taé jalatti kufanii jiraachuuf haalli isaan dirqee jira.
Otoo abbaan qabeenyaa Oromoo mana muuziqaa ciccimaa adda addaa qaabatanii rakkinni hagana ulfaaataa ta’e Artsitoota Oromoo hin mudatu ture. Otoo Uummanni keenya kaasseetta/CD/DVD originaala Artistoota keenya’rraa sirnaan bitatee dararamni hagana ga’u Artistoota keenya hin mudatu ture. Otoo Artistiin Oromoo tokko biyya alaa kana keessa keessummummaf mana namoota Oromoo deddeeme namni martinuu gammachuun isa simata, affeerraa nyataa fi dhugaatii guyyaa tokkoo qofaa tti shakkii tokko malee “dollar ykn Euro” 100 (dhibba tokko) inuma baasuuf. Egaa affeerraa guyyaa tokkoof haga kana baasuun ni dandayama yoo ta’ee kaassetta originaala Dolaara/euro 10 (kudhaniin) bitachuun maaf nutti ulfaatee? Jennee of gaafachuun gaarii ta’a. Kana qofaa miti, yeroo adda addaa “concert iin muuziqaa” bakka adda addaa tti sirnaan maaf hin qophoofnee? Otoo kunis sirnaan hojiirra oolee rakkoo Artistoonni keenya qaban furuun wanti hin dandayamneef hin jiru ture.
“Otoo, otoo, otoo”jechun hin fayyadu. Kan fayyadu wanna ta’uu qabu, wanta Lammiin Oromoo gochuu danda’u tokko raawwachuutu rakkoo hiika, furmaata fida malee. Kanaafuu Artistoonni Oromoo “Artii, Aadaa, Seenaa, Afaan, Siyaasaa fi Sabboonummaa Oromoo dagaagsaa jiru” jennee yoo itti amanne Artistoonni keenya gootota keenya wanna ta’aniif faarsuu qabna. Faarsuun keenya erga Artistiin tokko lubbuu dhaan darbee/darbiteen booda qofaa ta’uu hin qabu, otuma lubbuun jiranii isaan haa faarsinu, ha jajjabbeessinu, dalagaa isaanii orijinaala haa bitannu, diingdee fi beekkumsa qabnuun isaan cina haa dhaabbannu. Keessattuu yeroo ammaa kana tti Artistoota keenya dibeen dararamaa jiraniif Uummanni keenya ariitiin, gargaarsa barbaachisaa ta’e abbomuu qaba.
Waan Bayeessa haa hojjannu!
Bakkaanga’aa Margaa
Bu’uuressaa Oromummaa Founadtion fi
Wixineessaa WTUOGA
Mudde 22, 2014,
Bakkaanga’aa Margaa
oromummaan@yahoo.com
www.oro mummaa.com
Read @ http://ayyaantuu.com/horn-of-africa-news/oromia/artistoonni-oromoo-gootota-keenya-haa-jajjabeefannu/
Baaruu Baayisaa Daaqaa: Walaloo (Artistoota Oromoof)
Ishoo yaa kannisaa!
(Artistoota Oromoof)
Dandii fi dirree marsii coradhu nadhii dammaa
Daraaraa mara irraa dhamdhamadhu dhama;
Dhugaa fi fiigi ati saafaan hin dhorkamin
Yookaas bokkaa gannaa tasa hin sodaatin!
Yoo dirreen manca’e ce’ii deemi lagaa
Goblaan barrisi adda baasi dhugaa!
Nadhii coruun kan kee hamaatti herregame
Damma fi booka naquun dhiphina jedhame;
Jibbaan yoo reebamte ilbisa haqa hin beekneen
Sariitii fi tisiisaan waranamtee albeen.
Shira dangaa hin qabneen suuqatti gatamtee
Hamilee kee doomsuuf lammii irra adda baatee;
Kan si keessa jiru lubbuu du’u miti
Isa dhugaa seeneessu kan bara-baraa ti!
Ishoo yaa kannisaa! Suubiin ka’ii fiigi
Tisisaan hin ooliin, somoddoo irraa maqi.
Bakka garii olii qulqullaa’ii hafi
Haqaan deemaa oli qaanii malee rafi!
Marsaa sariitii tiin marfamtee utuu jirtu
Ati haqaan deemta balaa illee hin sodaattu.
Tisisatti ni himta, sariitiitti ni baanta
Dhugaa lammii keetii bookeetti ni dubbatta.
Amaaketa fi yeyyii sodaattee hin calliftu
Summii buutii fi bofaa tasuma hin dheessitu!
Ishoo yaa kannisaa, uumama akka uumaa
Soortuu qaamaa fi lubbuu tokkittii akka kumaa
Haadha ogummaa gaarii haadhoo qulqullinaa
Uggum! Yaa kannisaa mallattoo jabinaa!
Bu’aa kee lakkaa’ee yeroon si yaadadhu
Booka kee unadhee damma kee cuubadhu
Lammii koo ta’uu kee tu qirqirsee na boonsa
Akka kee sab-boonuu tu haalaan na si’eessa!
=============================
Baaruu Baayisaa Daaqaa : bbayisa@yahoo.com
Posted by OromianEconomist in Africa , African Music , Black History , Chiekh Anta Diop , Oromia , Oromiyaa .
Tags: Africa , African culture , African Studies , Oromia , Oromia @ Federation Square , Oromiyaa , Oromo , Oromo culture , Oromo people , Oromummaa
VIDEO VIDEO
Posted by OromianEconomist in Africa , African Beat , African Music , Culture , Ethiopia's Colonizing Structure and the Development Problems of People of Oromia, Afar, Ogaden, Sidama, Southern Ethiopia and the Omo Valley , Musicians and the Performance of Oromo Nationalism , Oromia , Oromian Voices , Oromiyaa , Oromo , Oromo Artists , Oromo Culture , Oromo First , Oromo Identity , Oromo Music , Oromummaa , Qubee Afaan Oromo , Self determination , State of Oromia .
Tags: African Studies , Development and Change , Economic and Social Freedom , Kay Kaufman Shelemay , Music , Musicians and the Performance of Oromo Nationalism , National Self Determination , Oromia , Oromiyaa , Oromo , Oromo culture , Oromo music , Oromo people , Oromummaa
Listening to Ethiopia’s South: Music, Musicians, and the Performance of Oromo Nationalism
By Harvard University Professor Kay Kaufman Shelemay
Oromo Studies Collection
Title: Listening to Ethiopia’s South: Music, Musicians, and the Performance of Oromo Nationalism
Author: Kay Kaufman Shelemay (Professor of Music and of African and African American Studies at Harvard University)
Published: Seminar Presentation , African Studies Workshop at Harvard University
Language: English
Keywords: Ethnography, Ethnomusicology, Music, Oromo Nationalism
On March 3, 2014, Kay Kaufman Shelemay, G. Gordon Watts Professor of Music and of African and African American Studies at Harvard University, presented, “Listening to Ethiopia’s South: Music, Musicians, and the Performance of Oromo Nationalism.” Ingrid Monson, Quincy Jones Professor of African American Music at Harvard University, was the discussant.
Original Source: African Studies at Harvard University
Posted by OromianEconomist in Africa , Africa Rising , African Beat , African Music , Ancient African Direct Democracy , Dictatorship , Ethnic Cleansing , Finfinnee , Gadaa System , Hadiya and the Omo Valley , Human Rights , Human Traffickings , Humanity and Social Civilization , Ideas , Kemetic Ancient African Culture , Knowledge and the Colonizing Structure. , Language and Development , Nubia , Ogaden , OMN , Omo , Omo Valley , Oromia , Oromiyaa , Oromo , Oromo Artists , Oromo Culture , Oromo First , Oromo Identity , Oromo Media Network , Oromo Music , Oromo Nation , Oromo Social System , Oromo Sport , Oromo the Largest Nation of Africa. Human Rights violations and Genocide against the Oromo people in Ethiopia , Oromummaa , Poverty , Qubee Afaan Oromo , Self determination , Sidama , Sirna Gadaa , Slavery , State of Oromia , The Colonizing Structure & The Development Problems of Oromia , The Oromo Democratic system , The Oromo Governance System , The Oromo Library , The Tyranny of Ethiopia , Theory of Development , Uncategorized , Wisdom , Youth Unemployment .
Tags: Africa , Development and Change , Economic and Social Freedom , Governance issues , Horn of Africa , Human Rights and Liberties , Human rights violations , Oromia , Oromia Region , Oromiyaa , Oromo , Oromo culture , Oromo people , State and Development , Sub-Saharan Africa , Universal Declaration of Human Rights
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=w0d7meZRwbY
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=d2XjAnXTwCU
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=SWG3dyZBFUM
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=F12eNR01dHg
http://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=PNUoDVCFbbM
http://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=_5Mxvgf9EEY
http://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=RsNmA0ikeUI
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=l7Ylf1YUxcI
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=6So__6OOXdE
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=APF4rWxCWeo
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=A1cOqRqJzYw
http://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=njIvHZOpGY4
http://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=9q6MPfswwp4
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=J_NR2_brY_Y
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=gvNNwFKIfs0
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=GoDmw_Urpqo
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=9Ra9RvhlWo4
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=UXtF8CCwiQc
http://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=OudMp0DWmto
https://www.youtube.com/watch?feature=player_detailpage&v=O5SN5HpwRrM
Oromia Media Network Launch — Live! 1st March 2014
Millions of Oromos now have the chance to enjoy quality media focusing on the needs and aspirations of the Oromo people.
https://www.oromiamedia.org/donorship/
“The Oromia Media Network (OMN) is an independent, nonpartisan and nonprofit news enterprise whose mission is to produce original and citizen-driven reporting on Oromia, the largest and most populous state in Ethiopia. OMN seeks to offer thought-provoking, contextual, and nuanced coverage of critical public interest issues thereby bringing much needed attention to under-reported stories in the region. Our goal is to create a strong and sustainable multilingual newsroom that will serve as a reliable source of information about the Oromo people, the Ethiopian state, and the greater Horn of Africa region. ” – http://www.oromiamedia.org/
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=fpxrYTVeUUw
Copyright © OromianEconomist 2014 and Oromia Quarterly 1997-2014. All rights reserved. Disclaimer.
Posted by OromianEconomist in African Beat , African Music , Artist Almaz Tafarraa , Oromia , Oromiyaa , Oromo , Oromo Artists , Oromo Culture , Oromo First , Oromo Identity , Oromo Media Network , Oromo Music , Oromo Nation , Oromo Social System , Oromummaa , State of Oromia , The Oromo Library , Uncategorized .
Tags: Afaan Oromo , African culture , African Studies , Almaz Tafarraa , Economic and Social Freedom , Music of Oromia , Oromia , Oromiyaa , Oromo , Oromo Artists , Oromo culture , Oromo people , Oromummaa
http://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=PNUoDVCFbbM
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=_4oqPHhl8SI
Artist Almaz Tafarra: the founding member of Afran Qalloo Band: Miseensa Baandi Afran Qalloo jalqabaa
Arstist Almaz Tafarra, the founding member of the Afran Qalloo died on 22nd March 2014 at Police Referral Hospital in Finfinnee. Tafara began singing in Afaan Oromo in early 1970s. Artist Almaz Tafarra was born in 1957 in Oromia,Western Hararghe, Doba district.
In outstanding and successful career that extended across nearly four decades, artist Almaz Tafara recorded and released a total of ten albums. Her lyrical message usually concentrates on her own and collective socio-political issues in Oromia. Tafara released her first solo album in 1983. During her career, Tafara has collaborated and worked with pioneering Oromo artists including Ali Shabo, Kadir Said, Adam Harun, Musa Turki, Worku Bikila and the late poet and singer Abdi Mohamed Qophe. Tafara deeply loved her culture and sang in Afaan Oromo. She released her tenth and final album in 2005.
(Oromedia, 23 Bitootessa 2014) Dhukkuba kaansarii dhiigaan dhukkubsattee yaalamaa kan turte, Artisti Almaaz Tafarraa Bitootess 22, 2014 addunyaa kana irraa du’aan boqochuun ishee beekame.
Bara jireenya ishii aartii fi Afaan Oromoo guddisuu irratti gahee guddaa kan gumaachaa turte artisti Alamaaz Tafarraa, addunyaa kana irraa kan dabarte hospitaala Poolisii Finfinnee keessatti otuu wal’aanamaa jirtu ta’uu oduun nu gahe addeesse jira.
Akka odeeffannoo argannetti, sirni awwaalchi ishe Duilbata- Bitootessa 23, 2014 waaree booda saatii 4:00 irrati magaalaa Harar keessatti akka ta’u beekameera.
Bara 1957 Oromiyaa Bahaa, Harargee Lixaa, Aanaa Doobbaatti kan dhalatte Artisti Almaaz Tafarraa, sirba ishii duraa bara 1983 kaasettaan baafte. Yeroo sanaa eegalees haga dhukkubsattee waltajjii irraa haftetti kaassettoota sirbaa sagal baaftee ummataaf gumaachitee jirti.
Akka seenaa artistoota Oromoo keessaa hubatamutti, artisti Almaaz Tafarraa miseensa baandii Afran Qalloo turte. Sirboota sirbaa turteenis ummta Oromoo biraa jaalalaa fi kabajaa guddaa yeroo argattu, humnoota guddinaa fi dagaagina aadaa fi eenyummaa Oromoo jibbaniin immoo hedduu dararamaa fi miidhamaa akka turte seenaan ishii kan ragaa bahuudha.
Bara 2014 keessa hedduu waan dhukkubsatteef mana yaalaatti deddeebi’aa kan turte, Artisti Alamaaz, deeggarsa ummataan wal’aansa adda addaa Harar irraa gara Finfinneetti deddeebitee fudhachaa akka turte beekameera.
Sirbooti Artisti Almaaz Tafarraa kan yeroo fi barri ittii hin darbinee fi kan dhalootaa dhalootatti barayyuu yaadatamuu dha.
Akka qormaata Oromediaatti, Artisti Almaaz Tafarraa hojii boonsaa aartii Oromoo keessatti gara waggoota 40f dalagneen dhaloota dhalootatti kan yaadatamuudha.
Kan malees, hojii boonsaa yeroo hamtuu fi sodaachisaa keessa ifatti baatee dalagdeen galmee sabboontotaa fi gootota Oromoo Oromummaa jiraachisan keessatti kan ramadamtuudha.
Kanaan dura oduu karaa Oromedia darbee tureen, sabboontoti Oromoo biyya Jarmanii, biyya Ameerikaa fi Sa’udi Arabiyaa qunnamtii karaa Oromedia argataniin gargaarsa maallaqaatiin birmatanii akka wal’aansa gahaa argattu godhan iyyuu, Artisti Almaaz Tafarraa dhukkubicha irra hafuu hin dandenye.
Akka Artisti Alamaaz Tafarraa akka fayyituu fi dhintu kanneen dhuunfaanis ta’ee gamtaan gumaachitan maraaf seenaan isin yaadata jechaa, Rabbi Isin haa jajjabeeysu jenna.
Gareen Oromedia du’aan adunyaa kana irraa boqochuu artistii fi qabsooftu Almaaz Tafarraatin gadda nuuti dhagahamee ibsaa, lubbuun isaanii Waaqin akka qananiisuuf yeroo kadhannu, firootaa fi hiriyyoota ishii akkasums mararfatootta ishiif jajjabin isinif haa kennu jenna.
Seenaa Artist Almaaz Tafarraa
Bara 1957 Aanaa Doobbaatti keessatti dhalatte.
Bara 1973 Hawwisoo poolisii Harar seente.
Bra 1983 kaassetta duraa baafte.
Bitootessa 22, 2014 addunyaa kana irraa boqotte.
http://oromedia.net/…/artisti-almaaz-tafarraa-boqotte…/ http://oromedia.net/…/artisti-almaaz-tafarraa-boqotte…/
http://www.oromiamedia.org/2014/03/breaking-news-artist-almaz-tefera-passed-away/
http://gadaa.com/oduu/24997/2014/03/23/artisti-almaaz-tafarraa-boqotte-1957-2014-artist-almaz-tefera-passes-away/#.Uy5h15LZj1E.facebook
http://www.opride.com/oromsis/news/horn-of-africa/3738-beloved-oromo-singer-almaza-tafara-dies
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=vwTpd6vL5yM
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=ud-rmfLAV8g
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=ZF4ina9MqmA
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=Cya_bbifWCk
https://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=hER7wqUnXZQ
Posted by OromianEconomist in Abbush Zallaqaa , Africa , African Beat , African Music , Development , Finfinnee , Haacaaluu Hundeessaa , Humanity and Social Civilization , Language and Development , Oromiyaa , Oromo , Oromo Artists , Oromo Culture , Oromo First , Oromo Music , Oromo Social System , Oromummaa , Self determination , State of Oromia , The Oromo Democratic system , The Oromo Governance System , Uncategorized .
Tags: Abbush Zallaqaa , Africa , African Beat , African culture , African music , African Studies , Haacaaluu Hundeessaa , Konso , Oromia , Oromiyaa , Oromo , Oromo Artists , Oromo culture , Oromo music , Oromo people , Oromummaa
http://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=2ZlH6mtlvdE
You must be logged in to post a comment.