Advertisements
jump to navigation

Oromo Recording Artist Galaana Gaaromsaa Releases New Music Album “Ilmaan Hayyootaa” August 13, 2015

Posted by OromianEconomist in African Beat, African Music, Oromo Artists, Oromo Music.
Tags: , , , , , ,
add a comment

???????????

Oromo Recording Artist Galaana Gaaromsaa Releases New Music Album “Ilmaan Hayyootaa” | Also Available in Digital Music Stores

  Hagayya/August 12, 2015 · Finfinne Tribune | Gadaa.com

Galaana Gaaromsaa’s new album “Ilmaan Hayyootaa” is available in digital stores; check out iTunes for “Galaana Gaaromsaa” for now …

Qeerroo: Konsertii fi Eebbi Albami Haaraa Arsits Galaana Gaaromsaa “ILMAAN HAYYOOTAA” Jedhu Bakka Uummanni Oromoo 3000 Ta’u Sirna Howwaan Finfinnee Keessatti Eebbifame

GalaanaGaaromsaa2015_2

Eebba aalbama Artist Galaana Gaaromsaa magaalaa Finfinee naannoo Caffee Araaraatti Hagayya 9, 2015 ta’een manguddoonnii fi dargaggoonni Oromoo sabboontoti 3000 itti tilmaaman irratti argamuun haala aja’ibsiisaa ta’een eebbifamee jira.

Eebba kana irratti sabboontoti Oromoo fi aartisotooti Oromoo hedduun argamuun guddina afaanii fi aadaan Oromoo kanaan kan nu gahe qabsaawota lafeefii dhiiga akkasumas lubbuu itti wareeganii asiin nu gahe hedduu galateeffatna jechuun dhaamsota jajjaboo guddaa dabarsanii jiru.

Keessummoota argaman gaazexxessaa Ibraahim Haajii aragamanii haasaa ijaaraa fi onnachiisaa taasanii jiru.

Yeroo konsertii fi eebbaa Albama kana irratti sabboonti Oromoo argamanii aadaa fi eenyummaa saba Oromoof gumaacha taasisanitti ergamtooti sirna abbaa irree Wayyaanee ammo dhimmi diaspora jechuun akkaataa itti uummata Oromoo qorqalbii cabsan irratti mariyachaa turan. || Qeerroo.org

——

Interview on OBS:

Advertisements