Oromia: Dirmannaa Iyya Koyyee: Lafti Keenya Lafee Keenya: Hiriirri Nagaa Oromiyaa Har’as Itti Fufee Oole. #OromoProtests continues for the 3rd day. The Government of Oromia Reacts. March 8, 2019
Posted by OromianEconomist in #OromoProtests, Uncategorized.Tags: Iyya Koyyee, Lafti teenya lafee keenya, Qeerroo, say no to master plan 2, Social movement
trackback
Hiriirri nagaa Oromiyaa keessatti magaalootaa fi bakka heddutti guyyaa sadaffaaf geggefamaa oolera. Kayyoo isaa yeroo gabaabaa waan guuttateef hiriirri kun yeroof har’a boodee akka dhaabatu ibsamee jira.
Bakkawwan hiriirri nagaa har’a itti geggeefamaa turan keessaa kan odeeffannoo qabnu:
Ambo, Adaabbaa, Aqaaqii, Awwadaay, Adaamaa, Asallaa, Ajjee, Asaboot, Baakkoo, Baalee Roobee, Baddeessaa, Baroodaa, Baatee (Walloo), Bishooftuu, Boolloo, Bulbulaa, Bule Horaa, Calanqoo (Meettaa), Ciroo, Cinaaksan, Dannab Guddoo, Dadar, Nagallee(Arsi) Diksiis, Dirree Incinnii, Dirree Dhawaa, Dhummuugaa, Doobbaa, Gobbaa, Gudar, Gimbi, Gindhiir, Galamsoo, Gololchaa, Gursum, Guumaa, Haramayaa, Adaree Biyyoo (Harar), Hanqooloo (Waabee), Harawacaa, Hirnaa, Holotaa, Jimma, Darbaa, Calalaqaa, Aana Fadis, dinshoo, Arsi Qarsaa, Beddellee, Bookee, Magaalaa Alii, Kooraa, Abootee, Gurawaa, Dubiluqi, Laaftoo Harwa, Gooroo Mootii, Ada’aa Bargaa/Mogor/Reejjii, Sandaafaa, Aanaa bookee, Borana Yabelloo, Harargee bahaa Jaarsoo Ejersa Gooroo, Kokkossaa (Arsi Lixxaa), Kofalee, Gindabarat, Kaachis, Langey, Miinoo(Qumbi), Saaris, Sabbataa, Shanan Dhuugoo, Machaara, Mi’essoo, Qaallittii, Qullubbii, Qilinxoo, Asandaaboo (Jimmaa), Soqaa, Walisoo, Walloo Kamisee, Shashaamannee, Sigimoo, Sibu Siree, Salaalee, Saddiqaa, (Fichee), Sulultaa, Universitii Jimmaa, Xuulloo, Watar
Laftii teenna lafee teenna!
Finfinneen Handhura teenna!
Cinaaqsan cinaacha teenna!
Mooyyalee Balbala teenna!
Dirree Dhawaan dirra teenna!
Ethiopia land protest enters second day, Oromia govt reacts, Africa News
ባለፉት ቀናት በኦሮሚያ ሲካሄድ የነበረው የተቃውሞ ሰልፍን የታለመለትን ግብ ስለመታ ለጊዜው ቆሟል። እነዚህ ሰልፎች በሞቶዎች የሚቆጠሩ ከተሞች ውስጥ ፍጹም ሰላማዊ በሆነ መልኩ የተካሄዱ ሲሆን ምንም አይነት ጉዳት በሰውም ሆነ ንብረት ላይ ሳይደርስ ተጠናቋል።
ምስጋና ለቄሮ፣ ለጸጥታ አካላት እና ለሰፊው ህዝብ !!







































Leave a Reply Cancel reply
This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.
Comments»