#OromoProtests Global Solidarity Rally, Justice for #HacaaluuHundeessaa Free Jawar Mohammed #AbiyMustgo July 4, 2020
Posted by OromianEconomist in Uncategorized.Tags: #OromoProtests2020 Hacaaluu, Hacaaluu Hundeessaa
trackback




Ethiopia’s Nobel Winner Can’t Rest on His Laurels. No clampdown on communications can conceal the fact that Ethiopia’s prime minister, Abiy Ahmed, is struggling to calm his own people. #OromoProtests #AbiymustGo (mental slavery self-hater) https://www.bloomberg.com/opinion/articles/2020-07-03/ethiopia-s-nobel-winner-can-t-rest-on-his-laurels
https://vm.tiktok.com/JRgTXRb/
#HacaaluuHundeessaa #OromProtests #Colorado #Abiymustgo #OromoLivesMatter #BlackLivesMatter Hiriira balaaleffannaa ajjeechaa artist Haacaaluu Hawaasa Oromoo Koloraadootiin
https://twitter.com/hashtag/OromoLivesMatter?src=hashtag_click
BBc Afaan Oromoo: Hawaasni Oromoo biyya alaa jiru hiriirra mormii gaggeessaa jiraHawaasni Oromoo biyyoota addunyaa garaagaraa jiran ajjeechaa Art. Haacaaluu Hundeessaarratti raawwatameefi hidhamuu hooggantoota siyaasaa mormituu balaaleffatu gaggeefamaa jira.Dubbi himtuun hawaasa Oromoo Minesotaa kan kanaa kan taatee Najaat Hamzaa bulchiinsa sadarkaa gadi jirurraa qabee hanga Federalaatti gaaffii isaanii dhiyeeessaa akka jiran BBC’tti himte.”Wanni nuti gaafataa jirru Hooggantootni keenya hidhaa jiran akka gadlakkifamanfi mirgi Oromoo akka kabajamu dhiibbaa gochaa jirraa,” jette.Dabalata: Mormii hawaasni Oromoo biyya alaa gageessaa jiruSTEPHEN MATURENCopyright: STEPHEN MATURENArticle share tools
QoodiView more share optionsShare this post
Copy this linkWaa’ee geessituuwwan kanneenii dabalata dubbisi
…tti maxxanfame 6:406:40Akkam bultan!AFPCopyright: AFPHawaasni Oromoo bakkeewwan gara garaa jiru ajjeechaa weellisaa Hacaaluu mormuun daandiirra bahuu itti fufaniiru.Dhalattuun Somaaliyaafi miseensi kongirasii US Ilhaan Omaar ajjeechaa Hacaaluu irratti raawwateef haqni akka argamu Ameerikaan akka gargaartu waanin danda’e hunda nan godha jechuun fuula fesbuukii ishee irratti barreessite.Dabalataan biyyoonni biroo keessoo Itoophiyaa keessa seenuun jeequmsa akkasumas qoodinsa gara caalu akka hin finne akka eeggatan dhaamte.Mootummaan Itoophiyaallee intarneeta cufe akka banu gaafatte.
#Ethiopia’s Abiy Ahmed Security forces and killing squads killed atleast 129 and wounded 362 #Oromo nationals this week. The figure is rising. #AbiyiMustGo justice for #HacaaluuHundeessaa Free Jawar Mohammed free Bekele Gerba free OMN journalists #OromoProtests https://www.facebook.com/AwashPost/posts/2689505818005451
[…] #OromoProtests Global Solidarity Rally, Justice for #HacaaluuHundeessaa Free Jawar Mohammed #AbiyMu… […]